LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 14:50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 Maqaan haadha manaa Saaʼol Ahinoʼaam yommuu taʼu, ishiin intala Ahimaaz turte. Maqaan ajajaa raayyaa waraanaa isaa Abneer+ yommuu taʼu, innis ilma Neer isa wasiila Saaʼol turee ti.

  • 2 Saamuʼel 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Haa taʼu malee, Abneer+ ilmi Neer ajajaan loltoota Saaʼol, Ish Bosheet+ ilma Saaʼol fuudhee gara Mahaanaayimitti+ ceesise;

  • 2 Saamuʼel 3:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Abneeris yeruma sana gara Daawititti ergamtoota ergee, “Biyyattiin kan eenyuu ti? Anaa wajjin kakuu gali; anis Israaʼelonni hundi gara kee akka goran gochuuf wantan dandaʼu hundumaa nan godha”* isaan jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi