LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 3:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Wanta hamaa tokko illee si irratti hin raawwanne taanaan,+

      Sababii malee namaa wajjin wal hin lolin.+

  • Fakkeenya 16:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Namni rakkina uumu* lola kakaasa,+

      Namni maqaa balleessus michoota walitti dhihaatan gargar baasa.+

  • Fakkeenya 17:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Lola kaasuun akkuma hidha bishaanii cabsuu ti;*

      Lolli kaʼuu isaa dura bakka sanaa deemi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi