LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “‘Garaa keetti obboleessa kee hin jibbin.+ Ati cubbuu nama kan biraa irratti akka hin hirmaanneef, yeroo barbaachisu hundumaatti nama sana akeekkachiisi.+

  • Maatewos 18:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Kana malees, obboleessi kee cubbuu yoo si irratti hojjete dhaqiitii bakka atii fi inni qofti jirtanitti+ dogoggora isaa itti himi.* Yoo si dhagaʼe, obboleessa kee deebistee argatte+ jechuu dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi