-
Iyyoob 1:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yihowaanis Seexanaan, “Tajaajilaa koo Iyyoob hubattee ilaalteettaa?* Lafa irra namni akka isaa tokko iyyuu hin jiru. Inni nama qajeelaa fi amanamaa*+ dha; akkasumas nama Waaqa sodaatuu fi wanta hamaa taʼe irraa fagaatu dha” jedhe. 9 Yeroo kanatti Seexanni akkana jedhee Yihowaadhaaf deebise: “Iyyoob waa malee Waaqa sodaatee ree?+
-