24 Akkasumas jaalalaa fi hojii gaariidhaaf+ wal kakaasuuf, xiyyeeffannaa waliif haa kenninu; 25 akka namoonni tokko tokko barsiifata godhatan walitti qabamuu keenya hin dhiisnu;+ kanaa mannaa, guyyichi dhihaachuu isaa yommuu arginu+ isa duraa caalaa wal haa jajjabeessinu.+