LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 13:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Isin yeroo isaa waan beektaniif kana raawwadhaa; yeroo amantoota itti taane caalaa amma fayyinni keenya waan dhihaateef, saʼaatiin itti hirribaa dammaqxan amma.+

  • 2 Pheexiros 3:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Wantoonni kun hundi haala kanaan kan baqan erga taʼee, amala qulqulluu qabaachuu fi hojiiwwan Waaqayyoof kan bultan taʼuu keessan argisiisan hojjechuudhaan namoota akkamii taʼuu akka qabdan itti yaadaa; 12 dhufaatii guyyaa Yihowaa*+ isa samiiwwan ibiddaan itti balleeffaman,+ akkasumas wantoonni samiiwwanii fi lafti ittiin hojjetaman hoʼa cimaadhaan itti baqan eeggadhaa; akkasumas sammuu keessanitti dhiheessaa yaadaa!*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi