-
Fakkeenya 30:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Dhulaandhulli intaloota, “Nuu kennaa! Nuu kennaa!” jedhan lama qabdi.
Wantoonni hin quufne sadii jiru,
Wantoonni matumaa, “Na gaʼa!” hin jenne afuri.
-