Fakkeenya 27:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Awwaallii fi iddoon badiisaa* matumaa hin quufan,+Ijji namaas yoom iyyuu hin quufu.