-
1 Mootota 16:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Aasaan mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 26ffaa isaatti, Eelaan ilmi Baʼaashaa Tirzaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; waggaa lamaafis ni bulche.
-
-
1 Mootota 16:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Aasaan mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 27ffaa isaatti, loltoonni sun Gibetoon+ ishii magaalaa Filisxeemotaa taate waraanuuf itti marsanii utuu jiranii Zimriin Tirzaa keessatti guyyaa torbaaf mootii ni taʼe.
-
-
1 Mootota 16:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Haa taʼu malee, namoonni Omrii duukaa buʼan namoota Tiibnii ilma Ginaat duukaa buʼan irra humnaan ni caalan. Kanaafuu, Tiibniin ni duʼe; Omriin immoo mootii taʼe.
-