LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 19:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kanaan kan kaʼes, magaalattiin jeequmsaan guutamte; hundi isaaniis Gaayosii fi Arisxaarkos+ namoota Maqedooniyaa warra miiltoo Phaawulos taʼan sana harkisanii didichaa bakka taphni itti argisiifamu seenan.

  • Hojii Ergamootaa 19:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Dhuma irrattis barreessaan magaalattii namoota sana cal jechisiisee akkana jedhe: “Yaa namoota Efesoon, magaalaan warra Efesoon, eegduu mana qulqullummaa Arxemiis guddittii fi bifa fakkeenyaa ishii isa samii irraa buʼe sanaa taʼuu isaa namni hin beekne jiraa?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi