LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 20:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Namoonni isaa wajjin imalan, Sophaaxiros ilma Phiiros nama Beeriyaa, Arisxaarkosii+ fi Sekondos warra Tasalonqee, Gaayos nama Darbee, Ximotewos,+ akkasumas Tikiqoosii+ fi Xirofimoos+ warra koonyaa Eeshiyaatii dhufan turan.

  • Qolosaayis 4:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Arisxaarkos+ inni anaa wajjin hidhame nagaa isiniif dhaameera; Maarqos+ inni durbii Barnaabaas taʼee fi (inni yoo gara keessan dhufe akka isa simattan+ qajeelfamni isiniif kennameera)

  • Fiilmoon 23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ephaafraan+ inni Kiristoos Yesuusiif jedhee akkuma koo hidhamee jiru nagaa siif dhaameera; 24 Maarqos, Arisxaarkos,+ Deemaasii+ fi Luqaas+ warri anaa wajjin hojjetan nagaa siif dhaamaniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi