LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 19:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kanaan kan kaʼes, magaalattiin jeequmsaan guutamte; hundi isaaniis Gaayosii fi Arisxaarkos+ namoota Maqedooniyaa warra miiltoo Phaawulos taʼan sana harkisanii didichaa bakka taphni itti argisiifamu seenan.

  • Hojii Ergamootaa 27:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis doonii Adraamixiisii kaʼee gara buufatawwan doonii qarqara galaanaa koonyaa Eeshiyaa dhaqu tokko yaabbannee deemuu jalqabne; Arisxaarkos+ inni nama Maqedooniyaa taʼee fi Tasalonqeedhaa dhufe nuu wajjin ture.

  • Qolosaayis 4:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Arisxaarkos+ inni anaa wajjin hidhame nagaa isiniif dhaameera; Maarqos+ inni durbii Barnaabaas taʼee fi (inni yoo gara keessan dhufe akka isa simattan+ qajeelfamni isiniif kennameera)

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi