Hojii Ergamootaa 12:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Erga kana hubatee booda, gara mana Maariyaam haadha Yohaannis isa Maarqos jedhamuu dhaqe;+ achitti barattoonni hedduun walitti qabamanii kadhachaa turan. Hojii Ergamootaa 15:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Barnaabaas, Yohaannis inni Maarqos jedhamu isaanii wajjin akka deemu murteessee ture.+ Fiilmoon 23, 24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Ephaafraan+ inni Kiristoos Yesuusiif jedhee akkuma koo hidhamee jiru nagaa siif dhaameera; 24 Maarqos, Arisxaarkos,+ Deemaasii+ fi Luqaas+ warri anaa wajjin hojjetan nagaa siif dhaamaniiru.
12 Erga kana hubatee booda, gara mana Maariyaam haadha Yohaannis isa Maarqos jedhamuu dhaqe;+ achitti barattoonni hedduun walitti qabamanii kadhachaa turan.
23 Ephaafraan+ inni Kiristoos Yesuusiif jedhee akkuma koo hidhamee jiru nagaa siif dhaameera; 24 Maarqos, Arisxaarkos,+ Deemaasii+ fi Luqaas+ warri anaa wajjin hojjetan nagaa siif dhaamaniiru.