LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 13:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kanaafuu, namoonni kun hafuura qulqulluudhaan ergamanii gara Seluuqiyaatti gad buʼan; achii kaʼaniis dooniidhaan gara Qophros dhaqan. 5 Yommuu magaalaa Salaamiis gaʼanis manneen sagadaa Yihudootaa keessatti dubbii Waaqayyoo labsuu jalqaban. Yohaannisis isaan gargaara ture.+

  • Qolosaayis 4:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Arisxaarkos+ inni anaa wajjin hidhame nagaa isiniif dhaameera; Maarqos+ inni durbii Barnaabaas taʼee fi (inni yoo gara keessan dhufe akka isa simattan+ qajeelfamni isiniif kennameera)

  • 2 Ximotewos 4:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Luqaas qofatu na bira jira. Maarqos tajaajilaaf waan na fayyaduuf isa fidii kottu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi