-
Qolosaayis 1:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Ephaafraa+ isa jaallatamaa fi amanamaa isa bakka keenya buʼee akka garbichaatti Kiristoosiin tajaajilaa jiru irraa wanti barattanis kanuma ture.
-
-
Qolosaayis 4:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Garbicha Kiristoos Yesuus kan taʼe Ephaafraan+ inni isin biraa dhufes nagaa isiniif dhaameera. Dhuma irratti guutuu taatanii akka dhaabbattanii fi fedhii Waaqayyoo hundumaa irratti amantii cimaa akka qabaattaniif, inni yeroo hundumaa cimsee isiniif kadhachaa jira. 13 Inni isiniif, akkasumas warra Lodooqiyaa fi Heraapholis keessa jiraniif carraaqqii cimaa akka godhu ani isaaf ragaa nan baʼa.
-