-
Qolosaayis 4:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Garbicha Kiristoos Yesuus kan taʼe Ephaafraan+ inni isin biraa dhufes nagaa isiniif dhaameera. Dhuma irratti guutuu taatanii akka dhaabbattanii fi fedhii Waaqayyoo hundumaa irratti amantii cimaa akka qabaattaniif, inni yeroo hundumaa cimsee isiniif kadhachaa jira. 13 Inni isiniif, akkasumas warra Lodooqiyaa fi Heraapholis keessa jiraniif carraaqqii cimaa akka godhu ani isaaf ragaa nan baʼa.
-
-
Fiilmoon 23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Ephaafraan+ inni Kiristoos Yesuusiif jedhee akkuma koo hidhamee jiru nagaa siif dhaameera;
-