Qolosaayis 1:7, 8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ephaafraa+ isa jaallatamaa fi amanamaa isa bakka keenya buʼee akka garbichaatti Kiristoosiin tajaajilaa jiru irraa wanti barattanis kanuma ture. 8 Inni jaalala isin karaa hafuuraa* qabdanis nutti himeera.
7 Ephaafraa+ isa jaallatamaa fi amanamaa isa bakka keenya buʼee akka garbichaatti Kiristoosiin tajaajilaa jiru irraa wanti barattanis kanuma ture. 8 Inni jaalala isin karaa hafuuraa* qabdanis nutti himeera.