Fakkeenya 19:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Namni ajaja eegu lubbuu isaa ni eeggata;+Namni daandii isaatiif dantaa hin qabne ni duʼa.+ Yohaannis 13:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Isin wantoota kana yoo beektanii fi yoo hojii irra oolchitan gammadoo dha.+ Yaaqoob 1:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Haa taʼu malee, namni seera mudaa hin qabne+ isa bilisummaa argamsiisu sana xiyyeeffannaadhaan ilaaluu fi hordofuu isaa itti fufu, isa dhagaʼee irraanfatu utuu hin taʼin, isa hojii irra oolchu dha; inni wanta raawwatetti ni gammada.+
25 Haa taʼu malee, namni seera mudaa hin qabne+ isa bilisummaa argamsiisu sana xiyyeeffannaadhaan ilaaluu fi hordofuu isaa itti fufu, isa dhagaʼee irraanfatu utuu hin taʼin, isa hojii irra oolchu dha; inni wanta raawwatetti ni gammada.+