Fakkeenya 14:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Namni dafee hin aarre hubannaa guddaa qaba,+Namni obsa hin qabne garuu gowwummaa isaa argisiisa.+ Fakkeenya 21:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Karoorri nama dhimmee hojjetuu gara milkaaʼinaatti* geessa,+Warri jarjaran hundi garuu gara hiyyummaatti deemu.+
5 Karoorri nama dhimmee hojjetuu gara milkaaʼinaatti* geessa,+Warri jarjaran hundi garuu gara hiyyummaatti deemu.+