Yohaannis 7:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Addunyaan sababii itti isin jibbu hin qabu; ani garuu hojiin isaa hamaa akka taʼe ragaa waanan isa irratti baʼuuf na jibba.+ 1 Yohaannis 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yaa obbolootaa, addunyaan isin jibbuu isaatti hin dinqisiifatinaa.+
7 Addunyaan sababii itti isin jibbu hin qabu; ani garuu hojiin isaa hamaa akka taʼe ragaa waanan isa irratti baʼuuf na jibba.+