LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Yommuu namoonni waaʼee kootiif jedhanii isin arrabsan,+ isin ariʼatanii+ fi sobaan wanta hamaa hundumaa isin irratti dubbatan gammadaa.+

  • Yohaannis 15:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Addunyaan yoo isin jibbe, isin jibbuu isaa dura akka na jibbe beektu.+

  • 2 Ximotewos 3:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Eeyyee, namoonni Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabaachuudhaan Waaqayyoof kan bulan taʼanii jiraachuu barbaadan hundi ni ariʼatamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi