Maatewos 10:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Maqaa kootiin kan kaʼe nama hundumaa biratti ni jibbamtu;+ namni hanga dhumaatti jabaatee dhaabbatu garuu ni fayya.+ Yohaannis 17:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani dubbii kee isaaniif kenneera; taʼus akkuma ani kutaa addunyaa hin taane, isaanis kutaa addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan jibbe.+
22 Maqaa kootiin kan kaʼe nama hundumaa biratti ni jibbamtu;+ namni hanga dhumaatti jabaatee dhaabbatu garuu ni fayya.+
14 Ani dubbii kee isaaniif kenneera; taʼus akkuma ani kutaa addunyaa hin taane, isaanis kutaa addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan jibbe.+