Baʼuu 10:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Awwaannisni sunis guutummaa biyya Gibxii irratti buʼe; guutummaa naannoo Gibxii irrattis ni qubate.+ Awwaannisni sun akka malee hamaa ture;+ sana dura awwaannisni hedduun hammana baayʼatu dhufee hin beeku; sana boodas awwaannisni hammana baayʼatu deebiʼee hin dhufu. Yooʼel 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Wanta awwaannisa barbaddeessu irraa hafe hoomaan awwaannisaa ni nyaate;+Wanta hoomaa awwaannisaa irraa hafe ilmaan awwaannisaa ni nyaatan;Wanta ilmaan awwaannisaa irraa hafe immoo awwaannisni hin quufne ni nyaate.+
14 Awwaannisni sunis guutummaa biyya Gibxii irratti buʼe; guutummaa naannoo Gibxii irrattis ni qubate.+ Awwaannisni sun akka malee hamaa ture;+ sana dura awwaannisni hedduun hammana baayʼatu dhufee hin beeku; sana boodas awwaannisni hammana baayʼatu deebiʼee hin dhufu.
4 Wanta awwaannisa barbaddeessu irraa hafe hoomaan awwaannisaa ni nyaate;+Wanta hoomaa awwaannisaa irraa hafe ilmaan awwaannisaa ni nyaatan;Wanta ilmaan awwaannisaa irraa hafe immoo awwaannisni hin quufne ni nyaate.+