Maatewos 6:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 “Namni gooftolii lamaaf garbicha taʼuu dandaʼu hin jiru; isa tokko jibbee isa kan biraa jaallata+ yookiin isa tokkotti maxxanee isa kan biraa tuffata. Waaqayyoo fi Qabeenyaaf garbicha taʼuu hin dandeessan.+ Luqaas 12:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Achiis, “Of eeggadhaa, namni tokko qabeenya hedduu yoo qabaate illee jireenyi isaa wantoota inni qabu irratti kan hundaaʼe waan hin taaneef+ sassata hundumaa irraa of eegaa”+ isaaniin jedhe. 1 Ximotewos 6:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Sababiin isaas, jaalalli maallaqaa hundee wantoota miidhaa geessisan hundumaa ti; namoonni tokko tokko jaalala kana utuu hordofanii daandii amantii irraa goraniiru, dhiphina hedduudhaanis of waraananiiru.+
24 “Namni gooftolii lamaaf garbicha taʼuu dandaʼu hin jiru; isa tokko jibbee isa kan biraa jaallata+ yookiin isa tokkotti maxxanee isa kan biraa tuffata. Waaqayyoo fi Qabeenyaaf garbicha taʼuu hin dandeessan.+
15 Achiis, “Of eeggadhaa, namni tokko qabeenya hedduu yoo qabaate illee jireenyi isaa wantoota inni qabu irratti kan hundaaʼe waan hin taaneef+ sassata hundumaa irraa of eegaa”+ isaaniin jedhe.
10 Sababiin isaas, jaalalli maallaqaa hundee wantoota miidhaa geessisan hundumaa ti; namoonni tokko tokko jaalala kana utuu hordofanii daandii amantii irraa goraniiru, dhiphina hedduudhaanis of waraananiiru.+