1 Mootota 4:29, 30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Waaqayyos ogummaa fi hubannaa guddaa, akkasumas gara balʼina* akka cirracha qarqara galaanaa taʼe Solomooniif ni kenne.+ 30 Ogummaan Solomoon ogummaa namoota Bahaa hundumaa fi ogummaa Gibxii hundumaa irra ni caala ture.+
29 Waaqayyos ogummaa fi hubannaa guddaa, akkasumas gara balʼina* akka cirracha qarqara galaanaa taʼe Solomooniif ni kenne.+ 30 Ogummaan Solomoon ogummaa namoota Bahaa hundumaa fi ogummaa Gibxii hundumaa irra ni caala ture.+