Fakkeenya 23:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Qabeenya argachuuf of hin dhamaasin.+ Takka dhaabbadhuutii hubannaa akka qabdu argisiisi.* 5 Ija kee yommuu irra buufattu, inni achitti hin argamu,+Sababiin isaas, inni qoochoo* akka risaa baasee gara samiitti barrisa.+ 1 Yohaannis 2:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 sababiin isaas, wanti addunyaa keessa jiru hundi, jechuunis hawwiin foonii,+ hawwiin ijaa+ fi qabeenya ofii argisiifachuun* Abbaa irraa utuu hin taʼin addunyaa irraa madda.
4 Qabeenya argachuuf of hin dhamaasin.+ Takka dhaabbadhuutii hubannaa akka qabdu argisiisi.* 5 Ija kee yommuu irra buufattu, inni achitti hin argamu,+Sababiin isaas, inni qoochoo* akka risaa baasee gara samiitti barrisa.+
16 sababiin isaas, wanti addunyaa keessa jiru hundi, jechuunis hawwiin foonii,+ hawwiin ijaa+ fi qabeenya ofii argisiifachuun* Abbaa irraa utuu hin taʼin addunyaa irraa madda.