LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 28:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Namni amanamaan eebba hedduu argata,+

      Namni sooressa taʼuuf jarjaru garuu qulqulluu taʼee hin jiraatu.+

  • Yohaannis 6:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Nyaata baduuf utuu hin taʼin, nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf,+ isa Ilmi namaa isiniif kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan, inni isa duratti fudhatama argachuu isaa argisiisuuf chaappaa isa irratti godheera.”+

  • 1 Ximotewos 6:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Warri sooressa taʼuuf kutatanii kaʼan garuu qorumsaa fi kiyyoo+ keessatti kufu; kana malees hawwii hedduu faayidaa hin qabnee fi miidhaa geessisu, akkasumas badiisaa fi mancaʼiinsatti nama galchu keessatti kufu.+ 10 Sababiin isaas, jaalalli maallaqaa hundee wantoota miidhaa geessisan hundumaa ti; namoonni tokko tokko jaalala kana utuu hordofanii daandii amantii irraa goraniiru, dhiphina hedduudhaanis of waraananiiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi