Fakkeenya 23:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Qabeenya argachuuf of hin dhamaasin.+ Takka dhaabbadhuutii hubannaa akka qabdu argisiisi.* 5 Ija kee yommuu irra buufattu, inni achitti hin argamu,+Sababiin isaas, inni qoochoo* akka risaa baasee gara samiitti barrisa.+ Maatewos 6:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “Bakka biliin nyaatuu fi ligidni balleessutti, akkasumas bakka hattuun cabsee seenee hatuu dandaʼutti, lafa irratti qabeenya kuufachuu dhiisaa.+
4 Qabeenya argachuuf of hin dhamaasin.+ Takka dhaabbadhuutii hubannaa akka qabdu argisiisi.* 5 Ija kee yommuu irra buufattu, inni achitti hin argamu,+Sababiin isaas, inni qoochoo* akka risaa baasee gara samiitti barrisa.+
19 “Bakka biliin nyaatuu fi ligidni balleessutti, akkasumas bakka hattuun cabsee seenee hatuu dandaʼutti, lafa irratti qabeenya kuufachuu dhiisaa.+