LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 5:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Warra dhugaatii alkoolii dhuguuf ganama bariidhaan kaʼaniif,+

      Warra hamma daadhiin wayinii isaan gubutti hamma halkaniitti dhiisifataniif wayyoo!

      12 Isaan affeerraa isaanii irratti baganaa fi meeshaa muuziqaa ribuu qabu,

      Dibbee, ulullee fi daadhii wayinii qabu;

      Taʼus gochawwan Yihowaa hin qalbeeffatan,

      Hojiiwwan harka isaatiis hin hubatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi