Uumama 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sana booda Qaayin obboleessa isaa Abeeliin, “Kottu, gara dirreetti haa baanu” jedhe. Utuma dirree keessa jiraniis, Qaayin obboleessa isaa Abeeliin rukutee ajjeese.+ 1 Saamuʼel 22:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Achiis mootichi Doʼeegiin,+ “Ati itti garagaliitii luboota kana rukuti!” jedhe. Doʼeeg Edoomtichis+ yeruma sana deemee ofuma isaatiin luboota sana rukute. Inni guyyaa sanatti namoota efuudii quncee talbaa irraa tolfame uffatan 85 ni ajjeese.+
8 Sana booda Qaayin obboleessa isaa Abeeliin, “Kottu, gara dirreetti haa baanu” jedhe. Utuma dirree keessa jiraniis, Qaayin obboleessa isaa Abeeliin rukutee ajjeese.+
18 Achiis mootichi Doʼeegiin,+ “Ati itti garagaliitii luboota kana rukuti!” jedhe. Doʼeeg Edoomtichis+ yeruma sana deemee ofuma isaatiin luboota sana rukute. Inni guyyaa sanatti namoota efuudii quncee talbaa irraa tolfame uffatan 85 ni ajjeese.+