LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lallaba 1:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Wanta samii jalatti raawwatame hundumaa, jechuunis hojii gaddisiisaa ilmaan namootaa ittiin qabaman isa Waaqayyo isaaniif kenne ogummaadhaan+ qoʼachuu fi qorachuuf nan murteesse.+

  • Lallaba 7:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Ani ogummaa fi sababa wanta tokko duuba jiru beekuuf, qorachuu fi qoʼachuuf, akkasumas gowwummaan hammina taʼuu isaa, maraatummaanis gowwummaa taʼuu isaa hubachuuf nan murteesse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi