Lallaba 5:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Namni tokko akkuma gadameessa haadha isaa keessaa qullaa isaa baʼetti, qullaa isaa deebiʼee deema.+ Hojii jabaatee hojjete hundumaa irraa wanta fudhatee deemuu dandaʼu tokko illee hin qabu.+
15 Namni tokko akkuma gadameessa haadha isaa keessaa qullaa isaa baʼetti, qullaa isaa deebiʼee deema.+ Hojii jabaatee hojjete hundumaa irraa wanta fudhatee deemuu dandaʼu tokko illee hin qabu.+