Faarfannaa 49:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Sababiin isaas, inni yommuu duʼu homaa fudhatee deemuu hin dandaʼu;+Simboon isaas isaa wajjin gad hin buʼu.+ Luqaas 12:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Waaqayyo garuu, ‘Gowwaa nana, halkanuma kana lubbuu kee si irraa fudhachuu barbaadu. Egaa wanti ati walitti qabatte kun eenyuuf taʼa ree?ʼ+ isaan jedhe. 1 Ximotewos 6:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Sababiin isaas, gara addunyaatti homaa fidnee hin dhufne, homaas fudhannee deemuu hin dandeenyu.+
17 Sababiin isaas, inni yommuu duʼu homaa fudhatee deemuu hin dandaʼu;+Simboon isaas isaa wajjin gad hin buʼu.+
20 Waaqayyo garuu, ‘Gowwaa nana, halkanuma kana lubbuu kee si irraa fudhachuu barbaadu. Egaa wanti ati walitti qabatte kun eenyuuf taʼa ree?ʼ+ isaan jedhe.