Iyyoob 1:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 akkana jedhe: “Gadameessa haadha tiyyaa keessaa qullaa koon baʼe,Qullaa koos nan deebiʼa.+ Yihowaatu kenne,+ Yihowaatu fudhate. Maqaan Yihowaa yeroo hundumaa haa jajamu.” Lallaba 5:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Namni tokko akkuma gadameessa haadha isaa keessaa qullaa isaa baʼetti, qullaa isaa deebiʼee deema.+ Hojii jabaatee hojjete hundumaa irraa wanta fudhatee deemuu dandaʼu tokko illee hin qabu.+ 1 Ximotewos 6:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Warri sirna* ammaa keessatti sooreyyii taʼan, akka of hin tuulle, akkasumas abdii isaanii badhaadhina hin amansiisne+ irra utuu hin taʼin, Waaqa isa wantoota itti gammannu hunda baayʼinaan nuu kennu+ irra akka kaaʼatan ajaji.
21 akkana jedhe: “Gadameessa haadha tiyyaa keessaa qullaa koon baʼe,Qullaa koos nan deebiʼa.+ Yihowaatu kenne,+ Yihowaatu fudhate. Maqaan Yihowaa yeroo hundumaa haa jajamu.”
15 Namni tokko akkuma gadameessa haadha isaa keessaa qullaa isaa baʼetti, qullaa isaa deebiʼee deema.+ Hojii jabaatee hojjete hundumaa irraa wanta fudhatee deemuu dandaʼu tokko illee hin qabu.+
17 Warri sirna* ammaa keessatti sooreyyii taʼan, akka of hin tuulle, akkasumas abdii isaanii badhaadhina hin amansiisne+ irra utuu hin taʼin, Waaqa isa wantoota itti gammannu hunda baayʼinaan nuu kennu+ irra akka kaaʼatan ajaji.