LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 49:16-19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Namni tokko sooressa waan taʼeef,

      Simboon mana isaatiis waan dabaleef hin sodaatin;

      17 Sababiin isaas, inni yommuu duʼu homaa fudhatee deemuu hin dandaʼu;+

      Simboon isaas isaa wajjin gad hin buʼu.+

      18 Inni bara jireenyaa isaatti of* gammachiisa.+

      (Yommuu sooromtu namoonni si jaju.)+

      19 Dhuma irratti garuu dhaloota abbootii isaa wajjin taʼa.

      Isaan matumaa deebiʼanii ifa hin argan.

  • Fakkeenya 27:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Wanta guyyaan fidu* waan hin beekneef,

      Waaʼee boruutiif of hin jajin.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi