3 Kun anaaxicha+ ilma Maariyaam+ mitii? Obbolaan isaa Yaaqoob,+ Yoseef, Yihudaa fi Simoon+ mitii? Obboleettonni isaas nuu wajjin as jiru mitii?” Kanaafuu, isatti ni gufatan.
8 Bulchitoota sirna* kanaa keessaa ogummaa kana kan beeke tokko illee hin turre;+ utuu beekaniiru taʼee, silaa Gooftaa isa ulfina qabeessa taʼe sana hin ajjeesan* turan.