Fakkeenya 14:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Namni abshaalli ogummaadhaan karaa irra deemu ni hubata,Gowwoonni garuu gowwummaa isaaniitiin ni gowwoomfamu.*+ Fakkeenya 17:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Namni gowwaan garaa ogummaa itti argatu utuu hin qabaatin*Karaa itti ogummaa argatu qabaachuun isaa maal isa fayyada?+
8 Namni abshaalli ogummaadhaan karaa irra deemu ni hubata,Gowwoonni garuu gowwummaa isaaniitiin ni gowwoomfamu.*+
16 Namni gowwaan garaa ogummaa itti argatu utuu hin qabaatin*Karaa itti ogummaa argatu qabaachuun isaa maal isa fayyada?+