-
Faarfannaa 64:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Mala haxxummaa namoonni hamoon dhoksaatti qopheessan jalaa,+
Namoota hedduu balleessaa raawwatan jalaas na golgi.
-
-
Faarfannaa 64:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Arrabumti isaanii akka kufan isaan godha;+
Warri kana argan hundis mataa isaanii raasu.
-
-
Fakkeenya 14:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Uleen of tuulummaa afaan nama gowwaa keessa jira,
Afaan ogeessotaa garuu eegumsa isaaniif godha.
-