-
2 Seenaa Baraa 13:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Namoonni hojii hin qabnee fi gatii hin qabnes isa biratti walitti ni qabaman. Isaanis Rooboʼaam ilma Solomoon isa dargaggeessaa fi sodaattuu ture sana irratti ni ciman; innis of irraa isaan ittisuu hin dandeenye.
-