- 
	                        
            
            Fakkeenya 21:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
25 Harki isaa hojjechuu waan diduuf,
Namni dhibaaʼaan wanti inni hawwu isa ajjeesa.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Fakkeenya 24:33, 34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
33 Xinnuman ciisa, xinnuman muga,
Boqochuufis xinnuman harka maradhee taaʼa yoo jette,
34 Hiyyummaan akkuma saamtuutti,
Deegnis akkuma nama meeshaa waraanaa hidhatetti sitti dhufa.+
 
 -