LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 6:6-11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yaa dhibaaʼaa+ nana, gara goondaa* dhaqi;

      Daandiiwwan ishii ilaali, ogeessas taʼi.

       7 Ajajaa, geggeessaa yookiin bulchaa kan hin qabne taatus,

       8 Yeroo bonaatti nyaata ishii qopheeffatti,+

      Yeroo makaraattis soorata ishii walitti qabatti.

       9 Yaa dhibaaʼaa nana, hamma yoomiitti achi ciista?

      Hirriba kee irraa hoo yoom dammaqxa?

      10 Xinnuman ciisa, xinnuman muga,

      Boqochuufis xinnuman harka maradhee taaʼa yoo jette,+

      11 Hiyyummaan akkuma saamtuutti,

      Deegnis akkuma nama meeshaa waraanaa hidhatetti sitti dhufa.+

  • Fakkeenya 13:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Namni dhibaaʼaan ni hawwa, taʼus homaa hin qabaatu,+

      Namni* dhimmee hojjetu garuu akka gaariitti ni quufa.*+

  • Fakkeenya 19:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Namni dhibaaʼaan harka isaa saanii golboo keessa ni kaaʼa,

      Garuu gara afaan isaatti deebisee fiduuf illee ni rakkata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi