Fakkeenya 10:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Harki hojii hiike hiyyummaa fida,+Harki jabaatee hojjetu garuu sooruma argamsiisa.+ Fakkeenya 12:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Harki namoota jabaatanii hojjetanii ni bulcha,+Harki hojii hiike garuu hojii dirqamaa hojjeta.+