Fakkeenya 12:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Harki namoota jabaatanii hojjetanii ni bulcha,+Harki hojii hiike garuu hojii dirqamaa hojjeta.+ Fakkeenya 13:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Namni dhibaaʼaan ni hawwa, taʼus homaa hin qabaatu,+Namni* dhimmee hojjetu garuu akka gaariitti ni quufa.*+ Fakkeenya 21:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Karoorri nama dhimmee hojjetuu gara milkaaʼinaatti* geessa,+Warri jarjaran hundi garuu gara hiyyummaatti deemu.+
4 Namni dhibaaʼaan ni hawwa, taʼus homaa hin qabaatu,+Namni* dhimmee hojjetu garuu akka gaariitti ni quufa.*+
5 Karoorri nama dhimmee hojjetuu gara milkaaʼinaatti* geessa,+Warri jarjaran hundi garuu gara hiyyummaatti deemu.+