LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 13:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Namni dhibaaʼaan ni hawwa, taʼus homaa hin qabaatu,+

      Namni* dhimmee hojjetu garuu akka gaariitti ni quufa.*+

  • Fakkeenya 20:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Namni dhibaaʼaan yeroo gannaa hin qotu,

      Kanaafuu, yeroo makaraatti homaa waan hin qabaanneef ni kadhata.*+

  • Fakkeenya 24:30-34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Ani maasii nama dhibaaʼaa,+

      Maasii wayinii nama hubannaa* hin qabnee bira nan darbe.

      31 Maasiin isaa aramaadhaan liqimfamee nan arge;

      Lafti isaa doobbiidhaan uwwifamee ture,

      Dallaan dhagaa isaas jigee ture.+

      32 Ani kana argee nan qalbeeffadhe;

      Isan arge irraas kana nan baradhe:*

      33 Xinnuman ciisa, xinnuman muga,

      Boqochuufis xinnuman harka maradhee taaʼa yoo jette,

      34 Hiyyummaan akkuma saamtuutti,

      Deegnis akkuma nama meeshaa waraanaa hidhatetti sitti dhufa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi