-
Fakkeenya 22:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Namni dhibaaʼaan, “Leenci ala jira!
Addabaabayii gidduutti nan ajjeefama!” jedha.+
-
-
Lallaba 10:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Dhibaaʼummaa guddaa irraa kan kaʼe baaxiin ni dhooqa; harka hojii hiikeen kan kaʼes manni ni dhimmisa.+
-