LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lallaba 9:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Awwaala* isa itti deemtu keessa hojiin, karoorri, beekumsis taʼe ogummaan waan hin jirreef,+ wanta gochuu dandeessu kam iyyuu humna kee guutuudhaan raawwadhu.

  • 2 Qorontos 9:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Akkuma beekamu, namni xinnoo facaasu kam iyyuu xinnoo galfata, namni baayʼee facaasu kam iyyuu baayʼee galfata.+

  • Qolosaayis 3:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Wanta hojjettan hunda, akka namootaaf hojjettanitti utuu hin taʼin, akka Yihowaadhaaf* hojjettanitti lubbuu* guutuudhaan hojjedhaa;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi