LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 11:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Namni tokko arjummaadhaan ni kenna,* dhuma irrattis wanta dabalataa ni argata,+

      Namni kan biraan immoo wanta kennamuu qabu ni dhowwata, garuu ni hiyyooma.+

  • Fakkeenya 19:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Namni rakkataatti gaarummaa argisiisu Yihowaadhaaf liqeessa,+

      Innis wanta inni godheef gatii isaa isaaf ni deebisa.*+

  • Fakkeenya 22:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Nyaata isaa hiyyeessaaf waan hiruuf,

      Namni arjaan* ni eebbifama.+

  • Lallaba 11:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Daabboo kee bishaan irratti darbadhu;*+ guyyoota hedduu booda deebitee isa ni argatta.+

  • Luqaas 6:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Kennaa, namoonnis isiniif ni kennu.+ Isaan safartuu gaarii gad dhiibamee, sochoofamee irraa dhangalaʼuun safaranii kaasuu* keessanitti isiniif kennu. Sababiin isaas, safartuu isin itti safartanitti isaanis deebisanii isiniif safaru.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi