-
Lallaba 3:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaafuu garaa kootti, “Hojiin hundii fi gochi hundi yeroo waan qabuuf, Waaqni dhugaan nama qajeelaa irrattis taʼe nama hamaa irratti murtii ni kenna”+ jedheen yaade.
-
-
Lallaba 12:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Sababiin isaas, Waaqni dhugaan gaariis taʼe hamaa wanta dhokate hundumaa dabalatee, gocha hundumaa irratti murtii ni kenna.+
-
-
Roomaa 2:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Inni nama hundumaatiif akka hojii isaatti deebisee ni kaffala:+
-