-
1 Mootota 10:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Solomoonis gaaffiiwwan ishii hunda ni deebiseef. Wanti mootichi ishiidhaaf ibsuun isa rakkise* tokko illee hin turre.
-
-
1 Mootota 10:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kanaafuu, mootichaan akkana jette: “Wantoota ati raawwattee* fi ogummaa kee ilaalchisee wanti ani biyya kootti dhagaʼe dhugaa dha.
-