-
Lallaba 9:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Bara jireenyaa kee isa gabaabaa isa inni aduu jalatti siif kenne hundumaatti, guutummaa umurii kee isa gatii hin qabne keessatti haadha manaa tee ishii jaallattuu wajjin gammadi;+ sababiin isaas, kun jireenya kee keessatti carraa* kee ti, hojii cimaa aduu jalatti itti dhamaateefis badhaasa kee ti.+
-